Luqaas 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Haa ta'u iyyuu malee, Elsaabex dhabduu waan turteef, dhala hin godhanne; lachanuu immoo lafa guuraniiru turan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Garuu Elsaabeex waan dhabduu turteef ijoollee hin qaban ture; lamaan isaanii iyyuu dulloomanii turan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ገሩ ኤልሳቤጥ ዋን ዸብዱ ቱርቴፍ እጆሌ ህንቀበን ቱሬ፤ ለማንሳኒዩ ዱሎመኒ ቱረን። Sien die hoofstuk |