Luqaas 1:65 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo65 Olloonni isaaniis hundinuu in na'an; dubbiin kun baddaa Yihudaa guutummaatti dhaga'amee, bal'aattis dubbatame. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa65 Olloonni isaanii hundinuu sodaadhaan guutaman; wanni kunis baddaa biyya Yihuudaa hunda keessatti odeeffame. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ65 ኦሎትንሳኒ ሁንድኑ ሶዳዻን ጉተመን፤ ወን ኩንስ በዳ ብየ ይሁዳ ሁንደ ኬሰት ኦዴፈሜ። Sien die hoofstuk |