Luqaas 1:62 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo62 Rakkannaanis mucicha eenyu jedhee waamuu akka fedhu abbaa isaa milikkitaan gaafatan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa62 Namoonni sunis akka Zakkaariyaas eenyu jedhee daaʼima sana waamuu barbaadu beekuuf jedhanii mallattoon isa gaafatan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ62 ነሞትን ሱንስ አከ ዘካርያስ ኤኙ ጄዼ ዳእመ ሰነ ዋሙ በርባዱ ቤኩፍ ጄዸኒ መለቶን እሰ ጋፈተን። Sien die hoofstuk |