Luqaas 1:59 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo59 Guyyaa saddeettaffaa isaatti mucicha dhagna qabuudhaaf warri dhufan, akka maqaa abbaa isaatti Zakaariyaas jedhanii moggaasuuf turan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa59 Isaanis guyyaa saddeettaffaatti daaʼima sana dhagna qabuu dhufan; Zakkaariyaas jedhaniis maqaa abbaa isaatiin isa moggaasuu fedhan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ59 እሳንስ ጉያ ሰዴተፋት ዳእመ ሰነ ዸግነ ቀቡ ዹፈን፤ ዘካርያስ ጄዸኒስ መቃ አባሳቲን እሰ ሞጋሱ ፌዸን። Sien die hoofstuk |