Luqaas 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Bara Herodis biyya Yihudaa bulchaa turetti, balbala lubootaa kutata Abiiyaa keessaa lubni Zakaariyaas jedhamu tokko ture; haati manaa isaas sanyii lubootaa keessaa, maqaan ishees Elsaabex jedhama*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Bara Heroodis mootii Yihuudaa turetti ramaddii lubummaa Abiyaa keessaa luba Zakkaariyaas jedhamu tokkotu ture; niitiin isaa Elsaabeexis sanyii Aroon. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 በረ ሄሮድስ ሞቲ ይሁዳ ቱሬት ረመዲ ሉቡማ አብያ ኬሳ ሉበ ዘካርያስ ጄዸሙ ቶኮቱ ቱሬ፤ ኒቲንሳ ኤልሳቤጥስ ሰኚ ኣሮን። Sien die hoofstuk |