Luqaas 1:38 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo38 Kana irratti Maariyaam, ?Ani garbittiin gooftaa kunoo asan jira, akka ati dubbatte anaaf haa ta'u!? jetteen. Kana booddee ergamichi iddoo dhufetti in deebi'e. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa38 Maariyaamis, “Kunoo, ani garbittii Gooftaa ti. Akkuma ati dubbatte naaf haa taʼu” jetteen. Ergamichis ishee dhiisee deeme. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ38 ማርያምስ፣ “ኩኖ፣ አን ገርብቲ ጎፍታት። አኩመ አት ዱበቴ ናፍ ሃተኡ” ጄቴን። ኤርገምችስ እሼ ዺሴ ዴሜ። Sien die hoofstuk |