Luqaas 1:32 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo32 Inni guddaa in ta'a ilma aabbaas jedhamee in waamama, Waaqayyo gooftaanis teessoo abaabilii isaa Daawit in kennaaf. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa32 Innis guddaa ni taʼa; Ilma Waaqa Waan Hundaa Olii jedhamees ni waamama. Waaqni Gooftaanis teessoo Abbaa isaa Daawit ni kennaaf; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ32 እንስ ጉዳ ንተአ፤ እልመ ዋቀ ዋን ሁንዳ ኦሊ ጄዸሜስ ንዋመመ። ዋቅን ጎፍታንስ ቴሶ አባሳ ዳዊት ንኬናፍ፤ Sien die hoofstuk |