Luqaas 1:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Ergaan isaas gara durba Maariyaam jedhamtu tokkotti ture; isheen nama Yoseef jedhamu, sanyii Daawit keessaa dhalate tokkoof, kaadhimatamtee turte*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 innis gara durba namichi sanyii Daawit irraa dhalate kan maqaan isaa Yoosef jedhamu tokkoof kaadhimamtee dhufe. Maqaan durba qulqullittii sanaas Maariyaam ture. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 እንስ ገረ ዱርበ ነምች ሰኚ ዳዊትራ ዸለቴ ከን መቃንሳ ዮሴፍ ጄዸሙ ቶኮፍ ካዽመምቴ ዹፌ። መቃን ዱርበ ቁልቁልቲ ሰናስ ማርያም ቱሬ። Sien die hoofstuk |