Luqaas 1:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Yommuu gad ba'es inni dubbachuu dadhabnaan, mana qulqullummaa keessatti mul'ata argee akka ture hubatan; arrabni isaa didaa waan ta'eef, harka isaatiin milikkita duwwaa isaanii kennuu danda'e. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Garuu Zakkaariyaas yommuu gad baʼetti waan isaanitti dubbachuu hin dandaʼiiniif isaan akka inni mana qulqullummaa keessatti mulʼata wayii arge hubatan; innis mallattoon isaanitti himaa ture malee dubbachuu hin dandeenye. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ገሩ ዘካርያስ ዮሙ ገድ በኤት ዋን እሳንት ዱበቹ ህንደንደኢኒፍ እሳን አከ እን መነ ቁልቁሉማ ኬሰት ሙልአተ ወዪ አርጌ ሁበተን፤ እንስ መለቶን እሳንት ህማ ቱሬ መሌ ዱበቹ ህንደንዴኜ። Sien die hoofstuk |