Luqaas 1:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Ati garuu ergaa ani sitti himee yeroo isaatti isa raawwatamuuf jiru hin amanne; kanaafis hamma kun ta'utti arrabni kee didaa in ta'a? jedhee deebiseef. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Kunoo, ati sababii dubbii koo isa yeroo isaatti mirkanaaʼu hin amaniniif hamma gaafa wanni kun taʼuutti ni duudda; dubbachuus hin dandeessu.” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ኩኖ፣ አት ሰበቢ ዱቢኮ እሰ ዬሮሳት ምርከናኡ ህንአመንኒፍ ሀመ ጋፈ ወን ኩን ተኡት ንዱደ፤ ዱበቹስ ህንደንዴሱ።” Sien die hoofstuk |