Luqaas 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Kanas immoo qopheessuun isaanii akka warri jalqabaa jalqabanii duukaa turan, ija isaaniitiin kan argan, dubbichaafis kan hojjetan nutti dabarsanitti*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 kunis akka warri jalqabaa kaasanii ijaan arganii fi tajaajiltoota dubbichaa turan sun nutti dabarsanii kennanitti. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ኩንስ አከ ወር ጀልቀባ ካሰኒ እጃን አርገኒፊ ተጃጅልቶተ ዱብቻ ቱረን ሱን ኑት ደበርሰኒ ኬነንት። Sien die hoofstuk |