Lallaba 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 wanti dur ta'ee ture ammas ta'uuf jira; wanti dur godhamee ture, ammas godhamuuf jira; wanta aduu jala jiru keessaa wanti haaraan tokko illee hin jiru. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Wanni duraan ture ammas ni taʼa; wanni duraan hojjetame ammas ni hojjetama; aduudhaa gaditti wanni haaraan tokko iyyuu hin jiru. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ወን ዱራን ቱሬ አመስ ንተአ፤ ወን ዱራን ሆጄተሜ አመስ ንሆጄተመ፤ አዱዻ ገድት ወን ሃራን ቶኮዩ ህንጅሩ። Sien die hoofstuk |