አቦቲ ሙርቲ 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Yommus namoonni Yihudaa mandara Yerusaalemitti duulanii in qabatan; namoota mandaricha keessa jiraatan billaadhaan fixanii, mandarichattis ibidda in naqan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Namoonni Yihuudaa Yerusaalemiinis akkasuma dhaʼanii qabatan. Magaalattiis goraadeedhaan dhaʼanii ibidda itti qabsiisan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ነሞትን ይሁዳ ዬሩሳሌሚንስ አከሱመ ዸአኒ ቀበተን። መጋለቲስ ጎራዴዻን ዸአኒ እብደ እት ቀብሲሰን። Sien die hoofstuk |