አቦቲ ሙርቲ 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Waaqayyos deebisee,<<Namoonni Yihudaa isin dura haa bu'an! Kunoo ani immoo biyyichi harka isaanii jala akka galu godheera>> jedheen. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Waaqayyos, “Yihuudaan dursee haa baʼu; kunoo, ani biyyattii dabarsee harka isaatti kenneera” jedhee deebiseef. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዋቀዮስ፣ “ይሁዳን ዱርሴ ሃበኡ፤ ኩኖ፣ አን ብየቲ ደበርሴ ሀርከሳት ኬኔረ” ጄዼ ዴብሴፍ። Sien die hoofstuk |