Haagee 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Baay'ee facaaftu, muraasa galfattu; in nyaattu, garuu beela hin baatan; in dhugdu, garuu hin quuftan; in uffattu, garuu isinitti hin ho'u; namni qacaramee hojjetus mindaa argatu korojoo tarsa'aa keessa in kaa'ata>> jedha*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Isin sanyii baayʼee facaafattanii waan xinnoo haammattaniirtu. Isin ni nyaattu; garuu hin quuftan. Ni dhugdu; garuu dheebuu hin baatan. Wayyaa ni uffattu; garuu isinitti hin hoʼu. Namni mindaa fudhatu akkuma nama mindaa isaa korojoo tarsaʼaa keessa kaaʼatuu ti.ā Sien die hoofstukįį³į įįįįᣠįį« į įį« įį«6 į„įµį į°į į£įᤠįį«įį°į įį į„į įįį°įįį±į¢ į„įµį įįį±į¤ įį© į įįįį°įᢠįį¹įį±į¤ įį© į¼į” į įį£į°įᢠįį« įį”įį±į¤ įį© į„įµįįµ į įįį”ᢠįįį įįį³ įįøį± į į©į įį įįį³į³ į®į®į į°įį°į£ į¬į° į«į į±įµį¢ā Sien die hoofstuk |