Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Faaruu 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Isheen halkan guutuu mararamtee in boossi, imimmaanis maddii ishee irra in dhangala'a; warra dur ishee jaallatan keessaa tokko illee dhufee kan ishee jajjabeessu hin jiru; firoonni ishee hundinuu ishee in ganan, diinotas isheetti in ta'an*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Isheen halkan halkan hiqqifattee boossi; maddii ishee irra imimmaantu yaaʼa. Michoota ishee hunda keessaa kan ishee jajjabeessu tokko iyyuu hin jiru. Michoonni ishee hundinuu ishee gananiiru; isaan diinota ishee taʼaniiru.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 እሼን ሀልከን ሀልከን ህቅፈቴ ቦስ፤ መዲሼረ እምማንቱ ያአ። ምቾተሼ ሁንደ ኬሳ ከን እሼ ጀጀቤሱ ቶኮዩ ህንጅሩ። ምቾትንሼ ሁንድኑ እሼ ገነኒሩ፤ እሳን ዲኖተሼ ተአኒሩ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Faaruu 1:2

Volg ons:

Advertensies


Advertensies