Faarfannaa 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Egaa warri jal'oonni firdii duratti hin jabaatan, cubbamoonnis walga'ii qajeelotaa keessa hin dhaabatan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Kanaafuu hamoonni murtii dura, yookaan cubbamoonni waldaa qajeeltotaa keessa hin dhaabatan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ከናፉ ሀሞን ሙርቲ ዱረ፣ ዮካን ጩበሞትን ወልዳ ቀጄልቶታ ኬሰ ህንዻበተን። Sien die hoofstuk |