Faarfannaa 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Inni akka muka isa bishaan yaa'aa qarqara dhaabamee, yeroo yeroo isaatti ija kennuu, baalli isaas gogee hin harcaanee ti; wanti inni hojjetu hundinuus wal in qixxaataaf*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Inni akkuma muka qarqara bishaan yaaʼuu dhaabamee yeroo isaatti ija isaa kennu, kan baalli isaas hin coollagnee ti; wanni inni hojjetu hundinuus ni tolaaf. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 እን አኩመ ሙከ ቀርቀረ ብሻን ያኡ ዻበሜ ዬሮሳት እጀሳ ኬኑ፣ ከን ባልሳስ ህንጮለግኔት፤ ወን እን ሆጄቱ ሁንድኑስ ንቶላፍ። Sien die hoofstuk |