Faarfannaa 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Qooda kanaa isa gammadu kanatti seerri Waaqayyoo itti in tola, innoo halkanii fi guyyaa waa'ee seera Waaqayyoo in yaada*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Garuu inni seera Waaqayyootti gammada; seera isaas halkanii guyyaa irra deddeebiʼee itti yaada. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ገሩ እን ሴረ ዋቀዮት ገመደ፤ ሴረሳስ ሀልከኒ ጉያ እረ ዴዴብኤ እት ያደ። Sien die hoofstuk |