Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Efesoon 6:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Isin warri hojjechiifattanis hojjetoota keessaniif akkasuma godhaa! Doorsisas dhiisaa! Gooftaan inni waaqa irra jiru isaaniif, isiniifis gooftaa dha; isa bira immoo nama wal caalchisuun akka hin jirre beekaa*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Yaa gooftota, isinis garboota keessaniif akkasuma godhaa. Isin akka inni isaanii fi isiniif Gooftaa taʼe sun samii irra jiruu fi akka nama wal caalchisuunis isa bira hin jirre waan beektaniif isaan hin doorsisinaa.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ያ ጎፍቶተ፣ እስንስ ገርቦተኬሰኒፍ አከሱመ ጎዻ። እስን አከ እን እሳኒፊ እስኒፍ ጎፍታ ተኤ ሱን ሰሚረ ጅሩፊ አከ ነመ ወል ጫልችሱንስ እሰ ብረ ህንጅሬ ዋን ቤክተኒፍ እሳን ህንዶርስስና።

Sien die hoofstuk Kopieer




Efesoon 6:9

Volg ons:

Advertensies


Advertensies