Efesoon 6:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Akka isa nama gammachiisuuf ija ilaalattanii hojjettanii utuu hin ta'in, akka hojjetoota Kristositti garaa guutuudhaan jaalala Waaqayyoo raawwadhaa! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Yeroo iji isaanii isin argutti isaan biratti fudhatama argachuu qofaaf utuu hin taʼin garaa guutuun fedhii Waaqaa raawwachaa akka garboota Kiristoositti isaaniif ajajamaa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዬሮ እጅሳኒ እስን አርጉት እሳን ብረት ፉዸተመ አርገቹ ቆፋፍ ኡቱ ህንተእን ገራ ጉቱን ፌዺ ዋቃ ራወቻ አከ ገርቦተ ክርስቶስት እሳኒፍ አጀጀማ። Sien die hoofstuk |