Efesoon 6:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Isin warri garbummaa jala jirtan! Biyya lafaa kana irratti warra isin hojjechiifataniif sodaadhaa fi rom'aan, akka waan Kristosiif hojjettaniitti garaa qulqulluudhaan abboomamaaf*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Yaa garboota, akkuma Kiristoosiif ajajamtanitti kabajaa fi sodaadhaan, garaa qulqulluunis gooftota keessan warra addunyaa kanaatiif ajajamaa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ያ ገርቦተ፣ አኩመ ክርስቶሲፍ አጀጀምተንት ከበጃፊ ሶዳዻን፣ ገራ ቁልቁሉንስ ጎፍቶተኬሰን ወረ አዱኛ ከናቲፍ አጀጀማ። Sien die hoofstuk |