Efesoon 6:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Waaqayyo abbaa biraa, Yesus Kristos gooftaa biraas nagaan, jaalalli, amantii wajjin obboloota hundumaaf haa ta'u*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Waaqa Abbaa fi Yesuus Kiristoos Gooftaa irraa nagaan, jaalallis amantii wajjin obboloota hundaaf haa taʼu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 ዋቀ አባፊ ዬሱስ ክርስቶስ ጎፍታራ ነጋን፣ ጃለልስ አመንቲ ወጅን ኦቦሎተ ሁንዳፍ ሃተኡ። Sien die hoofstuk |