Efesoon 6:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Amma ani attamitti akkan jiru, maalittis akkan jiru, isinis immoo akka beektanitti, Xikiqoos obboleessi jaallatamaan, hojii gooftaattis amanamaan, waan hundumaa isinitti in hima*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda DhiΚΌaa21 Xikiqoos obboleessi jaallatamaan, Gooftaattis tajaajilaan amanamaan haala ani keessa jiruu fi maal akka ani hojjechaa jiru akka beektaniif waan hundumaa isinitti hima. Sien die hoofstukαα³α ααααα£ αα« α αα« αα«21 α²αͺαα΅ α¦α¦αα΅ ααα°ααα£ ααα³α΅α΅ α°αα αα α αααα αα α α α¬α° α α©α αα α α¨ α α ααα» α α© α α¨ α€αα°αα αα ααα±α α₯α΅αα΅ α αα’ Sien die hoofstuk |