Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Efesoon 6:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

20 Akka dubbachuun anaaf ta'utti ija jabinaan akkan dubbadhuuf anaaf kadhadhaa! Ani funyoo sibiilaatiin lafan hidhametti iyyuu wangeela isaa lallabuudhaaf, Kristosiif afaan ta'ee ergameen jira*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

20 wangeelli kunis isuma ani isaaf jedhee ergamaa taʼee foncaan hidhamee dha. Isinis akka ani akkuma narraa eegamutti sodaa malee isa lallabuu dandaʼuuf naa kadhadhaa.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

20 ወንጌል ኩንስ እሱመ አን እሳፍ ጄዼ ኤርገማ ተኤ ፎንጫን ህዸሜዸ። እስንስ አከ አን አኩመ ነራ ኤገሙት ሶዳ መሌ እሰ ለለቡ ደንደኡፍ ናፍ ከዸዻ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Efesoon 6:20

Volg ons:

Advertensies


Advertensies