Efesoon 6:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Ani immoo dhoksaa wangeelaa ija jabinaan beeksisuudhaaf yommuun afaan saaqadhu, dubbiin akka anaaf kennamutti, anaaf kadhadhaa*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Yommuun afaan saaqqadhu hunda ija jabinaan icciitii wangeelaa akkan beeksisuuf dubbiin akka naa kennamu anaafis kadhadhaa; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ዮሙን አፋን ሳቀዹ ሁንደ እጀ ጀብናን እጪቲ ወንጌላ አከን ቤክስሱፍ ዱቢን አከ ናፍ ኬነሙ አናፍስ ከዸዻ፤ Sien die hoofstuk |