Efesoon 6:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Egaa akka nama sabbataan hidhatuutti dhugaadhaan mudhii keessan jabeeffadhaa, qajeelummaas akka maddaa sibiilaatti uffadhaatii dhaabadhaa*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Egaa mudhii keessan dhugaan hidhadhaatii, qomee sibiilaa kan qajeelummaas uffadhaatii jabaadhaa dhaabadhaa; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ኤጋ ሙዺኬሰን ዹጋን ህዸዻቲ፣ ቆሜ ስቢላ ከን ቀጄሉማስ ኡፈዻቲ ጀባዻ ዻበዻ፤ Sien die hoofstuk |