Efesoon 6:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Nuyi namoota foon uffatanii wajjin wal'aansoo wal qabna miti; garuu humnoota aboo qabanii fi gooftummaa qaban, warra bantii waaqaa keessaa biyya lafaa isa dukkana keessa jiru kana seerratan, macca hafuurota hamminaa warra bantii waaqaa keessa jiraatanii wajjin wal'aansoo wal qabna*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Walʼaansoon keenya bulchitoota wajjin, abbootii taayitaa wajjin, humnoota addunyaa dukkanaa kanaa fi humnoota hafuura hamaa iddoo samii keessa jiruu wajjin malee foonii fi dhiiga wajjin mitii. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ወልኣንሶንኬኘ ቡልችቶተ ወጅን፣ አቦቲ ታይታ ወጅን፣ ሁምኖተ አዱኛ ዱከና ከናፊ ሁምኖተ ሀፉረ ሀማ እዶ ሰሚ ኬሰ ጅሩ ወጅን መሌ ፎኒፊ ዺገ ወጅን ምቲ። Sien die hoofstuk |