Efesoon 6:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Haxxumaa Seexanaatiin mormuu akka dandeessanitti, mi'a lolaa isa kan Waaqayyoo guutummaatti hidhadhaa*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Haxxummaa diiyaabiloosiin akka mormuu dandeessaniif miʼa lolaa kan Waaqaa guutuu hidhadhaa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ሀጡማ ዲያብሎሲን አከ ሞርሙ ደንዴሰኒፍ ምአ ሎላ ከን ዋቃ ጉቱ ህዸዻ። Sien die hoofstuk |