Efesoon 5:31 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo31 Caaffanni qulqullaa'aan, ?Sababii kanaaf dhiirri abbaa isaa fi haadha isaa in dhiisa, haadha manaa isaattis in maxxana; isaan lachanuus foon tokko in ta'u? in jedha*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa31 “Sababii kanaaf namni abbaa fi haadha isaa dhiisee niitii isaatti ni maxxana; lamaan isaanii iyyuu foon tokko ni taʼu.” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ31 “ሰበቢ ከናፍ ነምን አባፊ ሃዸሳ ዺሴ ኒቲሳት ንመጠነ፤ ለማንሳኒዩ ፎን ቶኮ ንተኡ።” Sien die hoofstuk |