Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Efesoon 5:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Akka warra Waaqayyoof qulqullaa'aniitti jiraadhaa malee, halalummaan, xuraa'ummaan hundinuu, sassatis isin gidduutti hin dhaga'amin iyyuu*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Garuu waaʼeen halalummaa yookaan xuraaʼummaa gosa kamii iyyuu yookaan waaʼeen doqnummaa gidduu keessanitti hin dhagaʼamin; wanni akkasii qulqulloota Waaqaa biratti hin barbaachisuutii.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 ገሩ ዋኤን ሀለሉማ ዮካን ጡራኡማ ጎሰ ከሚዩ ዮካን ዋኤን ዶቅኑማ ግዱኬሰንት ህንዸገአምን፤ ወን አከሲ ቁልቁሎተ ዋቃ ብረት ህንበርባችሱቲ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Efesoon 5:3

Volg ons:

Advertensies


Advertensies