Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Efesoon 5:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

23 Kristos mataa waldaa kristiiyaanaa akkuma ta'e, abbaan manaas mataa haadha manaa ti; Kristos fayyisaa waldaa kristiiyaanaa ti; waldaan immoo dhagna isaa ti*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

23 Akkuma Kiristoos waldaa kiristaanaatiif mataa taʼe sana dhirsi niitiif mataadhaatii; Kiristoos Fayyisaa waldaa kiristaanaa ti; waldaan kiristaanaa immoo dhagna isaa ti.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

23 አኩመ ክርስቶስ ወልዳ ክርስታናቲፍ መታ ተኤ ሰነ ዽርስ ኒቲፍ መታዻቲ፤ ክርስቶስ ፈይሳ ወልዳ ክርስታናት፤ ወልዳን ክርስታናሞ ዸግነሳት።

Sien die hoofstuk Kopieer




Efesoon 5:23

Volg ons:

Advertensies


Advertensies