Efesoon 5:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Yeroo hundumaa waan hundumaafuu maqaa gooftaa keenya Yesus Kristosiin Waaqayyo abbaadhaaf galata galchaa*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 yeroo hundas waan hundaaf maqaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin Waaqa Abbaa galateeffadhaa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ዬሮ ሁንደስ ዋን ሁንዳፍ መቃ ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶሲን ዋቀ አባ ገለቴፈዻ። Sien die hoofstuk |