Efesoon 4:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Waaqayyoo fi abbaan waan hundumaa tokkicha, inni waan hundumaa irra jira waan hundumaan in hojjeta, iddoo hundumaa jiras*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Waaqaa fi Abbaan waan hundaa, inni waan hundaa ol taʼe, kan waan hunda keessatti hojjetuu fi kan waan hunda keessa jiru tokkichatu jira. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዋቃፊ አባን ዋን ሁንዳ፣ እን ዋን ሁንዳ ኦል ተኤ፣ ከን ዋን ሁንደ ኬሰት ሆጄቱፊ ከን ዋን ሁንደ ኬሰ ጅሩ ቶክቸቱ ጅረ። Sien die hoofstuk |