Efesoon 4:32 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo32 Walitti kan toltan, garaas kan waliif laaftan ta'aa; akkuma Waaqayyo karaa Kristos cubbuu keessan isiniif dhiise, isinis akkasuma waliif dhiisaa*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa32 Akkuma Waaqni karaa Kiristoosiin dhiifama isinii godhe sana, isinis dhiifama walii godhaa; walii naʼaa; garaas walii laafaa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ32 አኩመ ዋቅን ከራ ክርስቶሲን ዺፈመ እስኒ ጎዼ ሰነ፣ እስንስ ዺፈመ ወሊ ጎዻ፤ ወሊ ነኣ፤ ገራስ ወሊ ላፋ። Sien die hoofstuk |