Efesoon 4:31 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo31 Hadhaa'umaan, dheekkamsi, aariin, waci, maqaa wal balleessuun, hamminni hundinuu isin irraa haa fagaatu*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa31 Hadhaaʼummaan, dheekkamsii fi aariin, wacnii fi maqaa nama balleessuun hundinuu hammina hundumaa wajjin isin irraa haa fagaatu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ31 ሀዻኡማን፣ ዼከምሲፊ ኣሪን፣ ወጪፊ መቃ ነመ በሌሱን ሁንድኑ ሀምነ ሁንዱማ ወጅን እስንራ ሃፈጋቱ። Sien die hoofstuk |