Efesoon 4:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 Dubbii gargaaru, yeroo barbaachisutti kan cimsu, warra dhaga'uufis ayyaana kan kennu malee, dubbiin hamaan afaan keessan keessaa hin ba'in*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 Waan nama ijaaruuf gargaaru, akkuma barbaachisaa taʼettis waan warra dhaggeeffataniif ayyaana kennu malee dubbiin hamaan tokko iyyuu afaan keessanii hin baʼin. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 ዋን ነመ እጃሩፍ ገርጋሩ፣ አኩመ በርባችሳ ተኤትስ ዋን ወረ ዸጌፈተኒፍ አያነ ኬኑ መሌ ዱቢን ሀማን ቶኮዩ አፋንኬሰኒ ህንበእን። Sien die hoofstuk |