Efesoon 4:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Yaada namummaa moofaa isa dur itti jiraachaa turtan, isa kajeellaa nama gowwoomsuun manca'e of keessaa baasaa*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Haala jireenya keessan kan durii, eenyummaa keessan moofaa hawwii gowwoomsaa isaatiin xuraaʼe sana dhabamsiisaa; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ሃለ ጅሬኘኬሰን ከን ዱሪ፣ ኤኙማኬሰን ሞፋ ሀዊ ጎዎምሳሳቲን ጡራኤ ሰነ ዸበምሲሳ፤ Sien die hoofstuk |