Efesoon 4:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Silaa waa'ee isaa dhaga'uun keessan, akka dhugaa isa Yesus keessa jiruttis maqaa isaatiin barsiifamuun keessan hin oolle*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 isin dhugumaan akkuma dhugaa Yesuus keessa jiru sanaatti waaʼee Kiristoos dhageessanii isumaanis barsiifamtaniirtu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 እስን ዹጉማን አኩመ ዹጋ ዬሱስ ኬሰ ጅሩ ሰናት ዋኤ ክርስቶስ ዸጌሰኒ እሱማንስ በርሲፈምተኒርቱ። Sien die hoofstuk |