Efesoon 4:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Egaa si'achi akka warra saba Waaqayyoo hin ta'iniitti yaada waa'ee hin baafne duukaa buutanii akka hin jiraanne maqaa gooftaatiin cimsee isinan gorsa*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda DhiΚΌaa17 Kanaafuu ani waan kana isinitti nan hima; maqaa Gooftaatiinis jabeessee isinitti nan dubbadha; isin siΚΌachi akka Namoonni Ormaa warri yaadni isaanii faayidaa hin qabne sun jiraatanitti hin jiraatinaa. Sien die hoofstukαα³α ααααα£ αα« α αα« αα«17 α¨αα α α αα α¨α α₯α΅αα΅ ααα αα€ αα ααα³α²αα΅ αα€α΄ α₯α΅αα΅ ααα±α αΈα€ α₯α΅α α΅α α½ α α¨ ααα΅α α¦αα αα α«α΅αα³α ααα³ α ααα₯α α±α α α«α°αα΅ α αα α«α΅αα’ Sien die hoofstuk |