Efesoon 4:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Kanaa mannaa jaalalaan dubbii dhugaa dubbachaa, kottaa karaa hundumaan gara isa mataa nuuf ta'ee, gara Kristositti in guddanna*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Qooda kanaa jaalalaan dhugaa dubbachaa gara isa mataa taʼe sanaatti waan hundaan ni guddanna; innis Kiristoos. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ቆደ ከና ጃለላን ዹጋ ዱበቻ ገረ እሰ መታ ተኤ ሰናት ዋን ሁንዳን ንጉደትነ፤ እንስ ክርስቶስ። Sien die hoofstuk |