Efesoon 3:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Kanaanis akeeki dhokataan kun maal akka ta'e namoota hundumaaf ibsuun anaaf kennameera; akeeki dhokataan kun bara durii durii jalqabee yaada Waaqayyoo yaada isa hundumaa uume keessa dhokfamee ture*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 akkasumas icciitiin bara dheeraaf Waaqa waan hunda uumeen dhokfamee ture kun maal akka taʼe ani namoota hundaaf akka ibsuuf. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 አከሱመስ እጪቲን በረ ዼራፍ ዋቀ ዋን ሁንደ ኡሜን ዾክፈሜ ቱሬ ኩን ማል አከ ተኤ አን ነሞተ ሁንዳፍ አከን እብሱፍ። Sien die hoofstuk |