Efesoon 3:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Akka kennaa ayyaana Waaqayyootti ani wangeela kanaaf hojjetaa ta'eera, kunis gochaa humna isaatii ti*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Anis kennaa ayyaana Waaqaa kan karaa hojii humna isaatiin naa kennameen tajaajilaa wangeela kanaa taʼeera. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 አንስ ኬና አያነ ዋቃ ከን ከራ ሆጂ ሁምነሳቲን ናፍ ኬነሜን ተጃጅላ ወንጌለ ከና ተኤረ። Sien die hoofstuk |