Efesoon 3:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Kanaaf, karaa Kristos Yesus waldaa kristiiyaanaa keessatti dhaloota hundumaa biratti bara baraan isaaf hooqubaan haa ta'u! Ameen*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 waldaa kiristaanaa keessatti, dhaloota hunda keessattis karaa Kiristoos Yesuusiin bara baraa hamma bara baraatti ulfinni isaaf haa taʼu! Ameen. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ወልዳ ክርስታና ኬሰት፣ ዸሎተ ሁንደ ኬሰትስ ከራ ክርስቶስ ዬሱሲን በረ በራ ሀመ በረ በራት ኡልፍን እሳፍ ሃተኡ! አሜን። Sien die hoofstuk |