Efesoon 3:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Inni humna isaa isa nu keessatti hojjetuun wanta nuyi kadhannuuf wanta nuyi yaaduu dandeenyu hundumaa irra safara malee caalchisee gochuu in danda'a*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Waaqa isa humna isaa kan nu keessatti hojjetu sanaan hamma nu kadhannu yookaan hamma nu yaadnu hundumaa olitti akka malee hojjechuu dandaʼu sanaaf, Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ዋቀ እሰ ሁምነሳ ከን ኑ ኬሰት ሆጄቱ ሰናን ሀመ ኑ ከዸትኑ ዮካን ሀመ ኑ ያድኑ ሁንዱማ ኦልት አከ መሌ ሆጄቹ ደንደኡ ሰናፍ፣ Sien die hoofstuk |