Efesoon 3:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Nuyi Kristositti amanuudhaan karaa isaa amanannee dhi'aachuudhaaf ija jabina qabna*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Nus isaan, amantii isa irratti qabnuun, ija jabinaa fi amanachuudhaan Waaqatti dhiʼaachuu dandeenya. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ኑስ እሳን፣ አመንቲ እሰረት ቀብኑን፣ እጀ ጀብናፊ አመነቹዻን ዋቀት ዽኣቹ ደንዴኘ። Sien die hoofstuk |