Efesoon 3:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Ogummaan Waaqayyoo inni dachaa baay'ee qabu bara si'anaa karaa waldaa kristiiyaanaa warra bantii waaqaa keessaa gooftummaa qabanii fi warra aboo qabu jedhamanitti iyyuu akka beeksifamuuf kun ta'e*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Kaayyoon isaas akka ogummaan Waaqaa inni dachaa hedduu qabu sun amma karaa waldaa kiristaanaatiin bulchitootaa fi abbootii taayitaa kanneen samii irra jiranitti beeksifamuuf; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ካዮንሳስ አከ ኦጉማን ዋቃ እን ደቻ ሄዱ ቀቡ ሱን አመ ከራ ወልዳ ክርስታናቲን ቡልችቶታፊ አቦቲ ታይታ ከኔን ሰሚረ ጅረንት ቤክስፈሙፍ፤ Sien die hoofstuk |