Efesoon 2:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Isin ayyaana Waaqayyootiin karaa amantii fayyifamtan; inni immoo kennaa Waaqayyoo ti malee, gochaa ofii keessanii miti*; Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Isinis ayyaanaan karaa amantiitiin fayyitaniirtuutii; kunis kennaa Waaqaati malee hojii ofii keessanii miti; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 እስንስ አያናን ከራ አመንቲቲን ፈይተኒርቱቲ፤ ኩንስ ኬና ዋቃት መሌ ሆጂ ኦፊኬሰኒ ምት፤ Sien die hoofstuk |