Efesoon 2:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Inni arjummaa karaa Kristos Yesus nuuf godhe sanaan, bara dhufu hundumaattuu baay'ina ayyaana isaatii isa hammas hin jedhamne argisiisuudhaaf kana godhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 innis bara dhufuuf jiru keessa badhaadhummaa ayyaana isaa kan gita hin qabne sana arjummaa karaa Kiristoos Yesuusiin nuuf qabu argisiisuuf jedhee waan kana godhe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 እንስ በረ ዹፉፍ ጅሩ ኬሰ በዻዹማ አያነሳ ከን ግተ ህንቀብኔ ሰነ አርጁማ ከራ ክርስቶስ ዬሱሲን ኑፍ ቀቡ አርግሲሱፍ ጄዼ ዋን ከነ ጎዼ። Sien die hoofstuk |