Efesoon 2:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Egaa isin si'achi warra Waaqayyoof qulqullaa'anii wajjin warra biyyaa, warra mana Waaqayyoo tis malee, orma, nama biyya diidaas miti*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Kanaafuu isin siʼachi saba Waaqaa wajjin lammii fi miseensota warra mana Waaqaa jiraataniiti malee ormaa fi alagoota miti; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ከናፉ እስን ስአች ሰበ ዋቃ ወጅን ለሚፊ ምሴንሶተ ወረ መነ ዋቃ ጅራተኒት መሌ ኦርማፊ አለጎተ ምት፤ Sien die hoofstuk |